JARAATIN JARAASA ISII MALE NAMA BIRAA GOOTTA HIN SETUU JEDHA OROMOO YOO MAKAAMAKU yaa opdo

opdoJARAATIN JARAASA ISII MALE NAMA BIRAA GOOTTA HIN SETUU JEDHA OROMOO YOO MAKAAMAKU yaa opdo isiin tikiree male oromoo gootta hin seetan miti araa garuu goottuma oromoo barataan qalamafi dafaxar male meshaa harkaa hin qabane isiiniti agarasisa jiraa yeroo opdo jedhuu kana ammo opdotun karaa lama jirtii isaanisi kan sabaaf yaaduu fi kan sabaati yaduu ati yaa kan sabaaf yaaduu galanii kee bilisumma haa tahu yaa kan sabaati yaduu ammo ati yoo duteele dhalii kee seenaa jaala hin bahuu waan kan hubachuu kee diirqaama tole. KANATI ANSUDHAAN DHAMASA TOKKON QEERRROO BILISSUMMAA OROMOOTI DHAMACHUU FEDHAA nuti qeerroon bilisumma oromoo fakkenyaa biyyoota olla kenyaa kana barotaa dabaree FDG goodhani mottumma ofiraa jiraan fakkeny haa godhanu pls biyyoota olla kenya yeroo jedhuu biliyyooni Arabaa waaggotta dabaran keessaa fdg kaasani osso alaa hin gaalin mottumma ofiraa bussan nutis akkasa tahuu qaban oromooni biraa kan biyyaa alaa jirtaan diinageedhan nubiraa dhabachuu qabadaan diinageen biraa ammo biyyaa keessahu ni jiraa qabenya kenyaa kan diinii saame harkaa qabuu nutis hangaa mottumman adunyaa nuf diirmatuu kanuma saamane nyaan pls qeerroo akuma guuttu biyyati kan yoo goone guuyyaa murasaa bodaa mottumman biyyaati jalatee osso hin tahii diirqaamatu isaa busaa Aangoo gubaa kan godhuuf nuti daagagootin qeerroo bilisumma oromoo akka guutu biyyaati walif gaalu qaban. Qeerroo qofaa miti yaa abbooti kenya yaa hadhoti kenya bara ilmoon kan ofii dhalaa qofa miti isiin waalatani osso hin tahin isiin ussu keessaanitu kan ana dubachisee yoo ilmii oromoo tokko waalagaa du’e akka ilmii kee kan harara isiibiraa jiruu du’eti lalatee ka’uu qabda yoo jimaa du’ee akasuma tahuu qaba akuma ilmaan kiyyaaf abbaa tagutin ilmaan oromoo kan naannoo hundaa jiraanif akasumati abbaa tahaf akasumatin hadhaa tahaf jedhaati ka,aa mee nuwaalin yaa Uumata kenyaa yoo akana tahe mottumman wayyaanee kun akkuma mottumma duraani biyyaa kenyaa gaalakesee baqqaata akka ini hin baqqanelee nuti tumasaani itti marasiine biyyumaa keessati qabane faanisuu qaban jedha yaa oromoo

gootichii waaran bilissuumma oroomo ABO YKN WBO LEECAA DAAGAALA AKKUMA DURAA REFKAA WARAAN WAAYYANEE GATEE AMAAS GUMAA BARTOTAA OROOMO BASUUF QOPHI ISAA XUMURATE JIRAA QEERROO JABADHA ISIIN CIINAA JIRAA JEDHA WBO MEE SURAA KAA LALA REFKAA WAARAN WAYYYANEETI AKASUMAA WBO GOODINA BAHA OROMIYAA HIDHATOOTA DIINAA WAARAN WAYYANEE 22 OLL AJEAANI JIRUU

vlcsnap-2015-12-05-10h04m44s696Source: gootichii waaran bilissuumma oroomo ABO YKN WBO LEECAA DAAGAALA AKKUMA DURAA REFKAA WARAAN WAAYYANEE GATEE AMAAS GUMAA BARTOTAA OROOMO BASUUF QOPHI ISAA XUMURATE JIRAA QEERROO JABADHA ISIIN CIINAA JIRAA JEDHA WBO MEE SURAA KAA LALA REFKAA WAARAN WAYYYANEETI AKASUMAA WBO GOODINA BAHA OROMIYAA HIDHATOOTA DIINAA WAARAN WAYYANEE 22 OLL AJEAANI JIRUU

gootichii waaran bilissuumma oroomo ABO YKN WBO LEECAA DAAGAALA AKKUMA DURAA REFKAA WARAAN WAAYYANEE GATEE AMAAS GUMAA BARTOTAA OROOMO BASUUF QOPHI ISAA XUMURATE JIRAA QEERROO JABADHA ISIIN CIINAA JIRAA JEDHA WBO MEE SURAA KAA LALA REFKAA WAARAN WAYYYANEETI AKASUMAA WBO GOODINA BAHA OROMIYAA HIDHATOOTA DIINAA WAARAN WAYYANEE 22 OLL AJEAANI JIRUU

gootichii waaran bilissuumma oroomo ABO YKN WBO LEECAA DAAGAALA AKKUMA DURAA REFKAA WARAAN WAAYYANEE GATEE AMAAS GUMAA BARTOTAA OROOMO BASUUF QOPHI ISAA XUMURATE JIRAA QEERROO JABADHA ISIIN CIINAA JIRAA JEDHA WBO MEE SURAA KAA LALA REFKAA WAARAN WAYYYANEETI AKASUMAA WBO GOODINA BAHA OROMIYAA HIDHATOOTA DIINAA WAARAN WAYYANEE 22 OLL AJEAANI JIRUU

moottumaan ethiopa gargasaa adunyaa umataaf late hidhaa laga abayaa tif meshaa warana bituu irra akka olcha jiruu dhagame

moottumaan ethopian ossoo hawasani oromootif beladaan isaan sababa qoonqoo osso dhumaa jirani ini amoo gargarasaa addunyaa irraa hawasaaf seenu moottumichii meshaa waarantin akka biitaa jiru fi hidhaa laaga abbayatif akka olchaa jiruu dhagahamee jiraa mee photo kaan lala

Fincilli Diddaa Garbummaa Oromiyaa Giddugalaatti Ka’e!

MODANI MILIKI wayyaan yaa oromo mee lala waan mililikii nu godhee namoo ni bakka kan waayyan ykn FTPLF nu gaadhaa jirtuu mee enyuutu bakka? Waan mililkii nu godhee caala kan amma F TPLF ykn mottumaa waayyaane abbaa irree gabarroofatan dhaala oromo irratti godhaa jirtuu waan miiliilik nu godhee waajin humaa takkale gaaragarumaa hin qabuu akkan ati mulachaa jirutii garagaruman isaani waayyaanee modani miliki tatee dhalaa oromoo laafar duguguu qofaa ……………………………………..
Yaa oromoo anuma qofaa moo hunaa kenyaa dubiin FOPDO tun bayye ana dhibaa jirtii maltuu sii dhibee jechuu keessan hin ollu yoo dandahe arman gadditin ibsuuf yaala
dhduo kaan ofiin jedhuu opdo Uummatta kamif dhabate lata? Yoo ummatta oromootif dhabatee tehe malif seeraa ftplf ykn mottumman tikeree basee kaan oromoo laafa isaa irraa kaassa kan jedhuu kan fudhatee iti maltesse umatta oromoo kaan nuti laafa kenyaa irraa hin kanu jedhee faalamacha jirufi kan faalmachuf ta,an bifaa waalgahitin waaliti qaabe dorsiisaa jiraa garuu Uumaani oromoo guuyyumaa egaa jiraa male dorsiisaa isaani kun humaa itti faakkacha hin jiruu
yaa anga.otaa moottumma naanoo oromiyaa ykn waaren misesaa isaani tatan hundinu osso biyyaa bluchaa jirtanii akamiti daangaa ofii mutanii kenitaa hoo? Akamiti haadha fi abbaa kee obblewaan ee kee manii irraati diigamee laaftii irraa fudhatame aka oromoo harkaa quulaa hafuu akmiti hayyamtee hoo ? keessi kessan hoo akamiti fudhatee? Yaa obblewan koo mee naf hubadhaa oromoon hundinu tokko ykn obblewaani haatahu male isiin akaa rakkon keessaa ABO tehe namu ni bekka ABO qaabsoo irraa jirtusuu Uummata oromoo hundaa ija,a tokkon lala isiin garuu ummatta oromootif hin yadaan yoo ummatta oromootif yaadaan akumaa jirtan anga,otaafi miseesonisii kaati qaabsoo godhaa mali yoo kan jatan tehe isiin naanoo keessan irrtuu murtaani murteessuu hin daadesaan kanf ABO yoo jibataanis ofiraa dhisaati ofiif qabsooti seena yoo jalaatan ammo itti maakam. Yaa polisotafi raayyan biyyaa keessaa harkii bayyen oromoo akaa tehe ni beekam miti yaa obblewan koo waan tokko hubadha mee meshaa of harkaa qabdan meshaa of harkaa qabdan kaana diinaa walin obbleewaan kee hin dhehii obblewaan kee walin diinaa dhehii male yoo diinaa walin obblewaan kee dhotee ammo waani dhallottaa oromuma see haaqabuu.
Yaa abbotti seeraafi abbooti halngaa yaa obbleewaan koo oromoon shorkesiitota hin qabaa mee nuf hubadhaa seeraa biyyatii irraa dhabatetee biyyii tenyaa akaa hin xuqaamane jedhe faalmachaa jiraa male kaanf yaa obbleewaan koo maqaa shorkeesiitootan obbleewaan kee irraati murtii sobaa hin keeni ykn hin murtessin . yoo daandehe itti fufaa_________ ilmaan oromoo hundinu dubisaati yadaa keessaan naf gumacha yaani nama ciimsaa ykn nama jabesaa waan tehef

Qeerroo's avatarQEERROO

Qeerroo, Giincii, 13 Sadaasa 2015, Qeerroon Oromoo Fincila Diddaa Garbummaa kaasan; Wayyaanee barattootaa fi sabboontota hordofaa jirti.

Qeerroon akka gabaasetti, Fincilli ammaa kun Godina Shaggar Lixaa keessatti ka’ee dhaadannoo fi mormiidhaan adeemsisame.

Guyyaa kaleessaa Sadaasaa 12/2015 Yaadannoo FDG Sadaasa 9/2005 Waggaa 10ffaa waliin wal qabatee fincila deemaa ooleen sagaleen Oromoo akka kabajamu, Oromoo hidhuu fi ajeesuun akka dhaabbatu ifatti gaafataniiru.

Fincilaa fi yaadannoo fincilaa haala ho’aa ta’een Kabajamaa jiruun walqabatee Gootoni Barattootaa Oromoo Mana Barumsaa Giincii Sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina fi Sadarkaa 1ffaa FDG dhoosuun warraaqsa gaggeessaniiru.

Mormiin jalqabe kun, mooraa mana barumsichaatiin alatti babal’atee daandii magaalaa gubbatti deemaa oole.

Mormiin Qeerroo Oromoo kun, mormii bara darbeetiin kan wal fakkaatuudha.

“Nuti, Qeerroon Oromoo, seenaa wareegama qabsaa’ota Bilisummaa Oromoo haga yoonaatti galmeeffameef kabajaa guddaa kennaa, nutis akka dhaloota haaraatti wareegama bilisummaa baasuuf kaanee jirra.”
Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa

Qabsoon itti fufa! Garboonfataan ni kufa!!

View original post

www.qeerroo.net

Design a site like this with WordPress.com
Get started