InJifannoole Argamaniifi Tokkumma Uumata, Olola ABO, Qeerroo fi Qabsa’oota irratti Karaa EBC, TVO fi social Media Deemuu. Akkasumas Of eeggannoo Haala Yeroo waliin Taasifamu qabu irratti Turtii Magarsaa Waaqjiraa waliin Taasifame

October 13, 2016
Jaal Magarsaa Waaqjiraa miseensa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi gartuu hoggana bu’ureessaa Jaarmiyaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ( National Youth Movement for Freedom and Democracy)kan ta’e sochii FDG seena qabeessa bara 2011 Qeerroon Bilisummaa taasisan keessatti Yuniverstiilee Oromiyaa fi Magaalota keessatti hogganummaa Warraaqsaa osoo kennuu harka loltoota Wayyaanee Agaazii galee mana hidhaa Wayyaanee keessatti dararaa guddaa arguun waggootaaf dhimee lubbuu isaan kan bahee fi sana boodas qasootti makamuun gahee guddaa bahaa ture ykn jira.

Qeerroo's avatarQEERROO

Itti fufa Video kanaa barruu kanaa gadii tuqi argatta.

View original post

የኦነግ ወታደራዊ መግለጫ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር በመንግስት የጦርና የደህንነት ሃይሎች ውስጥ ላሉ እንዲሁም በተለያየ መልኩ እንዲታጠቁ ተደርገው ጠላትን በማገልገል ላይ ያሉ የኦሮሞ ልጆች፡ ወደ ኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ጎራ በመቀላቀል የትግሉ ሃይል እንዲሆኑ በተደጋጋሚ ጥሪ ሲያቀርብ እንደነበር ይታወሳል።

http://www.dailymail.co.uk/news/article-3833941/Russia-orders-officials-fly-home-relatives-living-abroad-tensions-mount-prospect-global-war.html?ito=social-facebook

The Guardian (Opinion): Ethiopia is in a state of emergency. The tyrannical government must go — OromiaTimes

Ethiopia is in a state of emergency. The tyrannical government must go Alemante Gebre-Selassie The Guardian The country’s deadly protests stem from ethnic division, endemic corruption and high youth unemployment. The world must support calls for a new government ‘A further factor fuelling the protests in Ethiopia is youth unemployment and the sense of hopelessness […]

via The Guardian (Opinion): Ethiopia is in a state of emergency. The tyrannical government must go — OromiaTimes

SBO: Hagayya 26 bara 2016. Oduu, Gabaasa Tarkaanfii Gootummaa Atleet Fayyisaa Leellisaa fudhate irratti fuulleffatee fi Hiriira mormii Hawaasa Oromoo Kanaadaa -Toroontoo.

SBO: Hagayya 26 bara 2016. Oduu, Gabaasa Tarkaanfii Gootummaa Atleet Fayyisaa Leellisaa fudhate irratti fuulleffatee fi Hiriira mormii Hawaasa Oromoo Kanaadaa -Toroontoo.

Source: SBO: Hagayya 26 bara 2016. Oduu, Gabaasa Tarkaanfii Gootummaa Atleet Fayyisaa Leellisaa fudhate irratti fuulleffatee fi Hiriira mormii Hawaasa Oromoo Kanaadaa -Toroontoo.

www.qeerroo.net

Design a site like this with WordPress.com
Get started